エピソード

  • #72 Talking about which team sport to join (Med) - #72 Garuu spoortiitti dabalamuuf waliin dubbachuu(giddu-gala afaanii)
    2024/10/30
    Learn how to describe social team sports and choose one that is right for you. - Spoortii garee hawaasummaa akkamii akka jiran ibsuu baradhu, kamtu akka siif tahus filadhu. Waliin dubbannaa kana keessa afaan inglishii hedduu fooyyeffatta.
    続きを読む 一部表示
    14 分
  • Thinking of installing solar panels? Here's what you need to know - Solar mana keessani irra kaa'uu barbaadduu? waan beekuu qabdantu jira.
    2024/10/30
    Australia's warm climate offers an abundant supply of solar energy year-round, making solar power an increasingly significant contributor to the nation's electricity supply. Learn what the requirements are for installing solar power systems in your home. - Haalli qilleensaa ho’aa Australia waggaa guutuu humna aduu baayyee kan dhiyeessu yoo ta’u, waggoota dhiyoo asitti humni aduu dhiyeessii humna ibsaa biyyattii keessatti gumaacha guddaa akka qabaatu taasiseera.Humna aduu ykn solar mana keef qabaachuuf ulaagaalee barbaachisan asi irraa hubatta.
    続きを読む 一部表示
    9 分
  • #71 Talking about being scammed (Med) - #71 Waa'ee Scam irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii)
    2024/10/23
    Learn how to communicate about suspicious messages and scams. - Dhaamsa gowwomsaa ykn Scam irraa waliin dubbachuun achuumaan afaan barattu.
    続きを読む 一部表示
    14 分
  • The impacts of First Nations tourism - Imalchiisa(Turizimii) Saboota Jalqabaa
    2024/10/23
    Are you seeking a truly impactful Australian travel experience? Whether you’re seeking wilderness, food, art or luxury, there are plenty of First Nations tourism adventure that you can explore, led by someone with 65,000 years of connection to this land. Not only will you deepen your experience, but you’ll help drive cultural and economic opportunities for First Nations communities. - Muuxannoo imala Australia dhugummaan raajumsaa qabu barbaadduu? Lafa bosonaa, nyaata, aartii ykn qananii barbaaddanis, nama waggoota 65,000f lafa kanaan walitti dhufeenya qabuun durfamu, adeemsa imalchiisa Saboota Duraa kanneen qorachuu dandeessan hedduu dha. Muuxannoo kee gadi fageessuu qofa osoo hin taane, hawaasa Saboota Jalqabaa carraa aadaa fi dinagdee oofuuf ni gargaarta.
    続きを読む 一部表示
    13 分
  • #70 Talking over a BBQ (Med) - #70 Yeroo BBQ irratti waliin dubbachuu (Med)
    2024/10/16
    Learn how to describe cooking at a barbecue. - BBQ yeroo bilcheeffatan akkaataa waliin dubbatan, achumaan afaan wal irraa baratan.
    続きを読む 一部表示
    12 分
  • Understanding vaccination rules for children in Australia - Seera talaallii daa’imman Australia keessaa hubachuu
    2024/10/16
    Did you know that one in five children is at risk of dying from a disease that is now preventable through vaccination? Australia’s vaccination program helps to prevent severe outcomes from many childhood infections. To access family support payments—and in some states, childcare services—your child must be fully immunised according to the national schedule. - Daa'imman shan keessaa tokko dhukkuba amma talaalliin ittifamuu danda'uun du’aaf akka saaxilaman beektu? Sagantaan talaallii Australia dhibee hamaa daa’’imummaati ijoollee qabuu irraa ittisuuf gargaara. Kaffaltii deeggarsa maatii argachuuf- akkasumas kutaalee biyyaa tokko tokko keessatti, tajaajila kunuunsa daa’immani argachuu- daa’imman keessan akkaataa sagantaa biyyaalessaatti guutummaatti talaallii fudhachuu qaban.
    続きを読む 一部表示
    12 分
  • #69 Getting a haircut (Med) - #69 Rifeensa cirachuu (Med)
    2024/09/04
    Learn how to talk to your hairdresser about getting your hair cut. - Warreen rifeena isinii sirreessan waliin akkamitti akka dubbattan olitti dhaggeeffachuun afaan barattu.
    続きを読む 一部表示
    17 分
  • Embracing the wisdom of traditional Indigenous medicine - Qoricha ykn qorsa aadaa beekuu fi kabajuu
    2024/09/04
    Understanding and respecting Indigenous knowledge of medicine may be the key to providing more holistic and culturally sensitive care in today's healthcare setting. - Qorichi ykn qorsi aadaa Abbootii dachee ijaarama Kunuunsa fayyaa yeroo ammaa keessatti hubatamuu fi ilaalchi gati-qabeessi itti kennamuun fayyisuummaa waliigala tahe kennuuf furtuu dha.
    続きを読む 一部表示
    13 分